Categories Bashannanaa

Ati Isa Kamiif Laatta?

Intalatu Dargaggeessa 2 Wal Faana Jaallatte Lamaan isaaniiyyuu qalbii intalaa booji’an. Abbaashee bira dhaqxee akkas jette, “Yaa aabbookoo dhiirota lamatu nagaafate; lamaan isaaniiyyuu qalbii na hataniiru. Kanan dhiisee kanan jaalladhun wallaale maal…

Read More
Categories Bashannanaa

Mammaaksa Oromoo

Mammaaksa Oromoo Mammaaksi afoola Oromoo keessaa tokko yoo ta’u jechoota beekumsaa fi ogummaa qaban of keessaa qaba. Mammaaksi dubbii fiduu fi gabaabsanii fixuuf yookiin salphaatti namatti himuuf tajaajila. Uummanni Oromoo mammaaksa isaatiin…

Read More
Categories Bashannanaa

Seedaa Mutaa

Tiyaatira nam-tokkee Afaan Oromoon kan jalqabaa jedhame maal irratti xiyyeeffata? Tiyaatirri namtokkee (One Man) kan Afaan Oromootiin isa jalqabaati jedhame Finfinneetti eebbaaf qophaa’eera. Tiyaatira mata-duree ‘Seedaa Mutaa’ jedhu kana kan barreesse mana…

Read More