Categories Dhimma Fayyaa

Faayidaa Loomiin Fayyummaaf Qabu

Faayidaa Loomiin Fayyummaaf Qabu Loomiin firii soorataa ta’ee faayidaa fayyummaaf hedduu kennuu danda’uudha. Madda vitaamin C baay’ee kan qabu yoo ta’u, loomii fayyadamuun carraa dhukkuba onnee fi kaansarii hir’isuu danda’a. Loomiin firii…

Read More
Categories Nan Baradha

Lion’s Success

What We Learn From the Lion One of lion’s character strengths that I like to share with friends: If a lion chases 100km to catch a crow, and the crow that runs…

Read More
Categories Nan Baradha

Seenaa Abeebee Tufaa

Seenaa Abeebee Tufaa Munaa Warra Finfinnee Abeebee Tufaa Araddoo Gosa Oromoo Tuulamaa keessaa kan warra Eekkaa ti. Bulchiinsi lafti isaan bulchaa turanis Tulluu Ererii asi hanga daangaa warra Manzee gara Ankoobarii achi.…

Read More
Categories Dhimma Fayyaa

Gorsa Fayyaa

Gorsa Fayyaa Gorsa Fayyaa Qabatamaa 10 Jireenya Fayya Qabeessa Taasisuuf Gargaaran Kunooti 1. Nyaata fayya qabeessa nyaachuu Fuduraalee, kuduraalee, qamadii, muuzaa fi midhaan guutuu dabalatee nyaata adda addaa walitti makuun nyaadhaa. Ga’eessonni…

Read More
Categories Nan Baradha

Itti Haa Fayyadamnu

“Itti Haa Fayyadamnu” Pirofeesarri tokko daree barnootaa isaatti barattootan akkas jedha. Isin amma qarshii 86,400 qabdu haa jennu. Namni tokko dhufee yoo qarshii 10 isin jalaa fudhatee fiigee sokke qarshii 86,390 dhiiftanitu…

Read More
Categories Nan Baradha

Hirriiba Keessa Isparmii Dhangalaasuu

Hirriiba keessa isparmii dhangalaasuu n mallattoo maseenuutii? Dhiirri tokko rafaa utuu jiruu irriba keessa ta’ee yoo isparmii dhangalaase, ogeessonni haala akkasii kana abjuu ifa ta’edha jedhu. Wanti kun yeroo isaan mudatu dhiironni…

Read More
Categories Nan Baradha

Kunuunsa Daa’immaniif

Wantoota 10’n Maatiin Daa’imman Gochuu Hin Qabne 1. Itti Iyyuu/lallabuu (screaming) Kunuunsa daa’immaniif – Maatiin gahee jalqabaa fudhatu. Daa’immanitti sagalee olkaasanii iyyuun/lallabuun madaa (godaannisa) sammuu fi miiraa yeroo dheeraa taheef kan saaxiluu…

Read More
Categories Nan Baradha

IMIMMAAN

Waa’ee Imimmaanii Beektuu Ijji namaa fi bineensotaa kamiyyuu yeroo hunda imimmaan qaba. Imimmaan kun ‘Xannacha Imimmaanii’ (Lacrimal Glands) kan jedhaman keessaa madda. Hanga baay’ee xiqqoo ta’e qofaan madda. Sababa kanaaf imimmaan ija…

Read More
Categories Bashannanaa

Mammaaksa Oromoo

Mammaaksa Oromoo Mammaaksi afoola Oromoo keessaa tokko yoo ta’u jechoota beekumsaa fi ogummaa qaban of keessaa qaba. Mammaaksi dubbii fiduu fi gabaabsanii fixuuf yookiin salphaatti namatti himuuf tajaajila. Uummanni Oromoo mammaaksa isaatiin…

Read More
Categories Nan Baradha

USSD Codes for Safaricom

USSD Codes for Safaricom Ethiopia Users Navigating through mobile services can sometimes be overwhelming, but Safaricom Ethiopia simplifies it with a set of easy-to-use USSD codes. Whether you’re looking to check your…

Read More