Categories Bashannanaa

Ati Isa Kamiif Laatta?

Intalatu Dargaggeessa 2 Wal Faana Jaallatte Lamaan isaaniiyyuu qalbii intalaa booji’an. Abbaashee bira dhaqxee akkas jette, “Yaa aabbookoo dhiirota lamatu nagaafate; lamaan isaaniiyyuu qalbii na hataniiru. Kanan dhiisee kanan jaalladhun wallaale maal…

Read More
Categories Bashannanaa

Seedaa Mutaa

Tiyaatira nam-tokkee Afaan Oromoon kan jalqabaa jedhame maal irratti xiyyeeffata? Tiyaatirri namtokkee (One Man) kan Afaan Oromootiin isa jalqabaati jedhame Finfinneetti eebbaaf qophaa’eera. Tiyaatira mata-duree ‘Seedaa Mutaa’ jedhu kana kan barreesse mana…

Read More
Categories Nan Baradha

ChromeOS fi Android

Google exec: ‘ChromeOS fi Android walitti makuuf jirra’ Walitti makamuun sirnoota hojii lamaan ji’ootaaf odeeffamaa kan ture yoo ta’u, waggoota kurnaniif barbaadamaa ture. Doominiik Preston gulaalaa oduu yoo ta’u, muuxannoo waggoota kurnan…

Read More