Categories Oduu Haaraa

Magaalaa Moyyaalee

Magaalaa Moyyaalee kana fakkaattu dhabuu hin qabnu! Aanan Moyyaalee aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta’u Godina Booranaa keessatti argama. Moyyaalen kibba Godina Booranaa keessatti kan argamu yoo ta’u karaa kibbaa Keeniyaadhaan,…

Read More
Categories Oduu Haaraa

Dhoohinsa Naannoo Affaar

Oduu Dhoohinsa Naannoo Affaar tti mudateen aarri mul’ate. Naannoo Affaar Ertaalletti dhohiinsa mudateen aarri lafa keeysaa ol hurkuun himame. Naannoo Affaar iddoo gaara fantaalleettti dhohiinsa guyyaa kaleessaa mudateen aarri guddaan mul’achaa jiraachuun…

Read More
Categories Oduu Haaraa

Badhaasni Artiist Andu’aalam Gosaaf Kenname Haqame

Faawundeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Badhaasni Artiist Andu’aalam Gosaaf Kenname Haqame jechuun ibsuu beeksise. Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa ”eeruu fi yaada uummata irraa argameen” badhaasni Artiist Andu’aalam Gosaaf kenname ”dogoggora” ta’uu ibse. Sirna badhaasichaa haquusaa…

Read More